-
Asteer 6:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Halkan sana mootichi hirribni* isa fudhachuu dide. Kanaafuu, kitaaba seenaa bara sanaa akka isaaf fidan ajaje;+ kitaabichis mootichaaf ni dubbifame. 2 Achi irrattis mala abbootiin taayitaa mana mootummaa lamaan Bigtaanii fi Tereesh warri karra eegdota taʼan Ahaashweros Mooticha ajjeesuuf* qopheessan ilaalchisee wanti Mordekaay dubbate barreeffamee argame.+
-