Asteer 10:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hojiiwwan isaa kanneen jajjaboo fi dinqisiisoo taʼan hundi, akkasumas seenaa balʼaan mootichi akkamitti Mordekaayiif+ ulfina guddaa akka kenne+ ibsu, kitaaba seenaa waaʼee bara+ mootota Meedonii fi Faarsi+ dubbatu keessatti barreeffamaniiru mitii?
2 Hojiiwwan isaa kanneen jajjaboo fi dinqisiisoo taʼan hundi, akkasumas seenaa balʼaan mootichi akkamitti Mordekaayiif+ ulfina guddaa akka kenne+ ibsu, kitaaba seenaa waaʼee bara+ mootota Meedonii fi Faarsi+ dubbatu keessatti barreeffamaniiru mitii?