LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kanaafuu, kitaaba seenaa abbootii keetii irratti qorannaan haa godhamu.+ Kitaaba seenaa irraas magaalaan kun magaalaa finciltuu, moototaa fi koonyaawwan kan miitu akka taate, bara duriitii jalqabees warri fincila kakaasan ishii keessa akka turan ni hubatta. Magaalaan kun kan balleeffamte kanaaf ture.+

  • Asteer 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Halkan sana mootichi hirribni* isa fudhachuu dide. Kanaafuu, kitaaba seenaa bara sanaa akka isaaf fidan ajaje;+ kitaabichis mootichaaf ni dubbifame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi