- 
	                        
            
            Daaniʼel 6:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Xumura irrattis namoonni sun gareedhaan gara mootichaatti ol seenanii, “Yaa mootii, akka seera Meedonii fi Faarsitti dhorkaan yookiin labsiin mootichi raggaasise kam iyyuu jijjiiramuu akka hin dandeenye hubadhu”+ isaan jedhan.
 
 -