LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Labsiin maqaa mootichaatiin barreeffamee fi qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaan irratti godhame diigamuu waan hin dandeenyeef,+ ammas isin Yihudootaaf wanta gaarii fakkaatee isinitti mulʼate maqaa mootichaatiin barreessitanii qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaa irratti gochuu dandeessu.”

  • Daaniʼel 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Egaa, yaa mootii, akkuma seera Meedonii fi Faarsi isa haqamuu hin dandeenye+ sanaatti kan hin jijjiiramne akka taʼuuf, labsii kana raggaasisiitii irratti mallatteessi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi