LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis jiʼa tokkoffaa keessaa guyyaa 13ffaatti barreessitoonni mootichaa+ ni waamaman. Isaanis abbootii taayitaa mootichaa warra aangoo guddaa qabaniif, bulchitoota warra koonyaawwan irratti aangoo qabaniif, akkasumas bulchitoota saba adda addaatiif ajaja Haamaan kenne hundumaa, tokkoon tokkoon koonyaatiif barreeffama* isaatiin, tokkoon tokkoon namaatiifis qooqa isaatiin ni barreessan.+ Xalayaan sunis maqaa Ahaashweros Mootichaatiin barreeffamee qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaan irratti godhamee ture.+

  • Asteer 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Innis barreeffamicha maqaa Ahaashweros Mootichaatiin barreessee qubeellaa chaappaa+ mootichaatiin chaappaa irratti godhee, harka ergamtoota fardaan gulufaniitti erge; isaanis fardeen saffisa qabanii fi tajaajila mootichaatiif oolaniin ni deeman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi