Asteer 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis mootichi qubeellaa chaappaa+ isaa isa Haamaan irraa fudhatee ture sana of irraa baasee Mordekaayiif ni kenne. Asteeris Mordekaay mana Haamaan irratti itti gaafatamaa akka taʼu goote.+
2 Achiis mootichi qubeellaa chaappaa+ isaa isa Haamaan irraa fudhatee ture sana of irraa baasee Mordekaayiif ni kenne. Asteeris Mordekaay mana Haamaan irratti itti gaafatamaa akka taʼu goote.+