LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Gosa Biiniyaam+ keessaa ilma Yaaʼir, ilma Shimeʼii, ilma Qiish kan taʼe namni Yihudii maqaan isaa Mordekaay+ jedhamu tokko dahoo* Shushaan*+ keessa jira ture;

  • Asteer 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Inni guddiftuu* Haadaasaa, jechuunis guddiftuu Asteer ishii intala obboleessa abbaa isaa taate sanaa ture;+ ishiin abbaas taʼe haadha hin qabdu turte. Shamarreen tun dhaabbata kan toltuu fi bareedduu kan turte yeroo taʼu, Mordekaay yommuu abbaan ishii fi haati ishii duʼanitti akka intala isaatti ofitti ishii fudhate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi