Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+ 2 Saamuʼel 22:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Diinonni koo ana irraa akka baqatan ni goota;*+Anis warra na jibban nan balleessa.*+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+