-
Asteer 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Barreeffamoota kana keessatti Yihudoonni magaalota adda addaa hundumaa keessatti argaman walitti qabamanii akka of* irraa isaan ittisan, akkasumas dubartootaa fi ijoollee dabalatee humnoota saba yookiin koonyaa warra isaan balleessuu barbaadan kam iyyuu akka fixan, akka ajjeesanii fi akka barbadeessan, qabeenya isaaniis akka saaman mootichi isaaniif ni heyyame.+
-