LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Mooticha duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, mootichis wantan kadhadhe gochuu fi akkan gaafadhetti tarkaanfii fudhachuun kan isa gammachiisu yoo taʼe, mootichii fi Haamaan affeerraa ani boru isaaniif qopheessu irratti haa argaman; anis boru akkuma mootichi jedhe nan godha.”

  • Asteer 7:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Asteer Mootittiinis akkana jettee deebiste: “Yaa mootii, ani si biratti fudhatama argadheera yoon taʼee fi kun mooticha kan gammachiisu yoo taʼe, akkuma kadhannaa kootti lubbuu koo, akkuma gaaffii koottis saba koo+ naaf oolchi.

  • Asteer 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis akkana jette: “Kun mooticha kan gammachiisu yoo taʼe, anis isa duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, mooticha duratti sirrii fakkaatee yoo mulʼatee fi anis isa gammachiiseera yoon taʼe, ajajni barreeffama Haamaan+ ilmi Hamedaataa Agaagichi+ inni hamaan sun Yihudoota koonyaawwan mootichaa hundumaa keessatti argaman balleessuuf qopheesse sana fashaleessu haa barreeffamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi