LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 kanas kan jedhe, “Harki isaa teessoo Yaah+ irratti waan kaʼeef, Yihowaan dhalootaa hamma dhalootaatti Amaaleqiin ni waraana”+ jechuudhaan ture.

  • Lakkoofsa 24:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Qalqalloo isaa lamaan keessaa yeroo hunda bishaan ni coccopha,

      Sanyiin isaas bishaanota hedduu biratti facaafameera.+

      Mootiin+ isaa Agaag irra ni caala,+

      Mootummaan isaas ol ni qabama.+

  • Keessa Deebii 25:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Biyya Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti yommuu Waaqni kee Yihowaan diinota kee warra naannoo keetti argaman hundumaa irraa boqonnaa siif kennu,+ inni matumaa samii jalaa akka hin yaadatamnetti Amaaleqiin haxaaʼii balleessi.+ Kana hin irraanfatin.

  • 1 Saamuʼel 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Innis Agaag+ mootii Amaaleqotaa ni boojiʼe; namoota kaan hundumaa garuu goraadeedhaan ni fixe.+

  • 1 Saamuʼel 15:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Saamuʼel garuu, “Akkuma goraadee keetiin kan kaʼe dubartoonni ijoollee malee hafan sun gaddan, haati tees ijoollee malee haftee dubartoota hundumaa caalaa ni gadditi” isaan jedhe. Sana booda Saamuʼel Gilgaalitti Yihowaa duratti Agaagiin ni kukkute.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi