Asteer 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Asteer ammas mooticha ni haasofsiiste. Ishiin miila isaatti kuftee miidhaa Haamaan Agaagichi raawwatee fi karoora hamminaa inni Yihudoota irratti qopheesse+ akka dhaabsisu booʼaa isa kadhatte.
3 Asteer ammas mooticha ni haasofsiiste. Ishiin miila isaatti kuftee miidhaa Haamaan Agaagichi raawwatee fi karoora hamminaa inni Yihudoota irratti qopheesse+ akka dhaabsisu booʼaa isa kadhatte.