-
Leewwota 24:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “‘Nama biyya ormaatiifis taʼe lammii biyyattiitiif heerri tokko hojii irra haa oolu;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.’”
-
-
Asteer 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Akkasumas koonyaawwan hundumaa fi magaalota hundumaa bakka labsiin mootichaa fi seerri isaa gaʼe hundumaatti Yihudoonni baayʼee gammadan, akkasumas affeerraa fi ayyaana ni qopheeffatan. Namoonni biyya sanaa hedduun Yihudoota waan sodaataniif, isaanis Yihudii taʼan.+
-