Asteer 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Mordekaay+ wanta raawwatame hundumaa yeroo beeketti+ uffata isaa tarsaasee uffata gaddaa uffate; mataa isaa irrattis daaraa firfirse. Achiis sagalee isaa ol kaasee iyyaa, mararamees booʼaa walakkaa magaalattii keessa darbe.
4 Mordekaay+ wanta raawwatame hundumaa yeroo beeketti+ uffata isaa tarsaasee uffata gaddaa uffate; mataa isaa irrattis daaraa firfirse. Achiis sagalee isaa ol kaasee iyyaa, mararamees booʼaa walakkaa magaalattii keessa darbe.