-
Asteer 9:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yihudoonni waggaa waggaadhaan yeroo murteeffametti guyyoota lamaan kana kabajuu fi wanta guyyoota kana ilaalchisee barreeffame raawwachuuf ofii isaanii, sanyiiwwan isaanii fi warra isaan deggeran hundumaa dirqama keessa galchan.+
-