Keessa Deebii 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+ Nahimiyaa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+ Ermiyaas 50:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Sabni Israaʼel hoolota bittinnaaʼani dha.+ Leenconni isaan bittinneessaniiru.+ Jalqaba mootiin Asoor isaan ni nyaate;+ achiis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon lafee isaanii ni caccabse.+
27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+
8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+
17 “Sabni Israaʼel hoolota bittinnaaʼani dha.+ Leenconni isaan bittinneessaniiru.+ Jalqaba mootiin Asoor isaan ni nyaate;+ achiis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon lafee isaanii ni caccabse.+