LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 24:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Qalqalloo isaa lamaan keessaa yeroo hunda bishaan ni coccopha,

      Sanyiin isaas bishaanota hedduu biratti facaafameera.+

      Mootiin+ isaa Agaag irra ni caala,+

      Mootummaan isaas ol ni qabama.+

  • 1 Saamuʼel 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Innis Agaag+ mootii Amaaleqotaa ni boojiʼe; namoota kaan hundumaa garuu goraadeedhaan ni fixe.+

  • 1 Saamuʼel 15:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Saamuʼelis, “Agaag mootii Amaaleq as natti fidaa” jedhe. Achiis Agaag, ‘Dhugumaan amma sodaan duʼaa ana irra darbeera’ jedhee yaadaa waan tureef, sodaachaa fi mamaa* gara isaa dhaqe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi