LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Boodas mootichi, “Mooraa keessa kan jiru eenyu?” jedhee gaafate. Yeroo kanatti Haamaan Mordekaay jirma inni isaaf qopheesse irratti akka fannifamu+ mootichatti dubbachuuf gara mooraa mana mootichaa isa alaatti+ dhufee ture.

  • Asteer 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti abbootii taayitaa mana mootummaa mootichaa keessaa tokko kan taʼe Harboonaan,+ “Haamaan Mordekaay+ isa wanta lubbuu mootichaa oolche+ dubbate sanaafis jirma inni irratti fannifamu qopheesseera. Jirmichi dhundhuma 50* kan dheeratu yeroo taʼu, mana Haamaan bira dhaabamee jira” jedhe. Yeroo kanatti mootichi, “Achi irratti isa fannisaa” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi