-
Asteer 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis jiʼa tokkoffaa keessaa guyyaa 13ffaatti barreessitoonni mootichaa+ ni waamaman. Isaanis abbootii taayitaa mootichaa warra aangoo guddaa qabaniif, bulchitoota warra koonyaawwan irratti aangoo qabaniif, akkasumas bulchitoota saba adda addaatiif ajaja Haamaan kenne hundumaa, tokkoon tokkoon koonyaatiif barreeffama* isaatiin, tokkoon tokkoon namaatiifis qooqa isaatiin ni barreessan.+ Xalayaan sunis maqaa Ahaashweros Mootichaatiin barreeffamee qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaan irratti godhamee ture.+
-
-
Asteer 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namoonni sun guyyaa sanaaf akka qophaaʼaniif, garagalchiin xalayaawwan sanaa koonyaa hundumaa keessatti seera taʼee baʼuu fi namoota hundumaatiif labsamuu qaba ture.
-