Asteer 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+
3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+