Asteer 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti mootichi qubeellaa chaappaa isaa harka isaa irraa baasee,+ Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagicha+ isa diina Yihudootaa taʼetti kenne. Asteer 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, Ahaashweros Mootichi Asteer Mootittii fi Mordekaay Yihudichaan akkana jedhe: “Kunoo, Haamaan Yihudoota miidhuuf mala waan qopheesseef,* ani mana isaa Asteeriif kenneera;+ innis jirma irratti akka fannifamu godheera.+ Asteer 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanas kan godhan, Haamaan+ ilmi Hamedaataa Agaagichi+ inni diina Yihudoota hundumaa taʼe, Yihudoota balleessuuf mala qopheessee waan tureef,+ akkasumas isaan naasisuu fi isaan balleessuuf Puur, jechuunis Carraa buusee waan tureefi.+
10 Yeroo kanatti mootichi qubeellaa chaappaa isaa harka isaa irraa baasee,+ Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagicha+ isa diina Yihudootaa taʼetti kenne.
7 Kanaafuu, Ahaashweros Mootichi Asteer Mootittii fi Mordekaay Yihudichaan akkana jedhe: “Kunoo, Haamaan Yihudoota miidhuuf mala waan qopheesseef,* ani mana isaa Asteeriif kenneera;+ innis jirma irratti akka fannifamu godheera.+
24 Kanas kan godhan, Haamaan+ ilmi Hamedaataa Agaagichi+ inni diina Yihudoota hundumaa taʼe, Yihudoota balleessuuf mala qopheessee waan tureef,+ akkasumas isaan naasisuu fi isaan balleessuuf Puur, jechuunis Carraa buusee waan tureefi.+