Asteer 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+ Asteer 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis mootichi qubeellaa chaappaa+ isaa isa Haamaan irraa fudhatee ture sana of irraa baasee Mordekaayiif ni kenne. Asteeris Mordekaay mana Haamaan irratti itti gaafatamaa akka taʼu goote.+
3 Kana booda Ahaashweros Mootichi Haamaan+ ilma Hamedaataa Agaagichaaf+ iddoo guddaa ni kenne; bulchitoota warra isaa wajjin turan kaan hundumaa caalaas aangoo guddaa isaaf ni kenne.+
2 Achiis mootichi qubeellaa chaappaa+ isaa isa Haamaan irraa fudhatee ture sana of irraa baasee Mordekaayiif ni kenne. Asteeris Mordekaay mana Haamaan irratti itti gaafatamaa akka taʼu goote.+