Uumama 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Seenaan Noh kana dha. Noh nama qajeelaa ture.+ Inni namoota bara isaatti jiraatan* gidduutti nama balleessaa hin qabne ture. Noh Waaqa dhugaa wajjin ni deeme.+
9 Seenaan Noh kana dha. Noh nama qajeelaa ture.+ Inni namoota bara isaatti jiraatan* gidduutti nama balleessaa hin qabne ture. Noh Waaqa dhugaa wajjin ni deeme.+