LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sana booda Yihowaan Nohiin akkana jedhe: “Dhaloota kana gidduudhaa na duratti qajeelaa taʼee kanan argadhe si waan taʼeef,+ atii fi maatiin kee hundi gara doonichaatti seenaa.

  • Hisqiʼel 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Namoonni sadan kun, jechuunis Noh,+ Daaniʼelii+ fi Iyyoob+ ishii keessa kan jiran yoo taʼe illee, isaan qajeelummaa isaaniitiin oolchuu kan dandaʼan ofuma* isaanii qofa dha’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”

  • Ibroota 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Noh,+ Waaqayyo wantoota yeroo sanatti hin mulʼanne ilaalchisee akeekkachiisa erga isaaf kennee booda,+ Waaqa akka sodaatu kan argisiisee fi maatii isaa oolchuuf doonii kan ijaare+ amantiidhaan ture; amantii kanaanis addunyaatti murteesse,+ akkasumas qajeelina amantiidhaan argamu dhaale.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi