Uumama 6:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Noh garuu Yihowaa duratti fudhatama ni argate. 9 Seenaan Noh kana dha. Noh nama qajeelaa ture.+ Inni namoota bara isaatti jiraatan* gidduutti nama balleessaa hin qabne ture. Noh Waaqa dhugaa wajjin ni deeme.+
8 Noh garuu Yihowaa duratti fudhatama ni argate. 9 Seenaan Noh kana dha. Noh nama qajeelaa ture.+ Inni namoota bara isaatti jiraatan* gidduutti nama balleessaa hin qabne ture. Noh Waaqa dhugaa wajjin ni deeme.+