-
Iyyoob 42:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, Eliifaaz Temaanichi, Bildaad Shuʼaatichii fi Zofaar Naʼaamaatichi deemanii wanta Yihowaan isaaniin jedhe ni godhan. Yihowaanis kadhannaa Iyyoob ni dhagaʼe.
-