- 
	                        
            
            Iyyoob 5:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Ani garuu utuun si taʼee Waaqayyotti nan iyyadha,
Dhimma koos Waaqayyo duratti nan dhiheeffadhan ture;
9 Inni wanta guddaa fi qoramuu hin dandeenye,
Wantoota dinqisiisoo lakkaaʼamuu hin dandeenye ni raawwata.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyoob 11:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Maal taʼa garaa kee utuu qopheeffattee,
Harka kees utuu gara isaatti diriirsitee!
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyoob 22:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Gara Isa Hundumaa Dandaʼuutti yoo deebite ni haaromta;+
Dunkaana kee keessaa jalʼina yoo balleessite,
 
 -