5 Haa taʼu malee, ati gara Waaqayyootti utuu garagaltee,+
Akka garaa sii laafuufis Isa Hundumaa Dandaʼu utuu cimsitee kadhattee,
6 Akkasumas dhugumaan qulqulluu fi qajeelaa turte utuu taʼee,+
Silaa inni xiyyeeffannaa siif ni kenna,
Iddoo kee isa sirriittis si deebisa ture.