-
Iyyoob 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroon dhaladhetti maaliifan hin duune?
Yeroon gadameessa keessaa baʼetti maaliifan hin badne?+
-
-
Ermiyaas 20:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Rakkinaa fi gadda arguuf,
Guyyoota koos qaaniidhaan xumuruuf,
Gadameessa keessaa kanan baʼe maaliifi?+
-