Faarfannaa 91:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna. Miikiyaas 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+ Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+ Waaqni koo na dhagaʼa.+
15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna.
7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+ Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+ Waaqni koo na dhagaʼa.+