LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 29:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+

      Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;

      Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,

      Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+

  • Isaayyaas 44:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Mallattoo namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan kennan* nan fashaleessa,

      Warri hooda dubbatanis akkuma gowwootaa akka taʼan nan godha;+

      Namoota ogeeyyii nan joonjessa,

      Beekumsa isaaniis gowwummaatti nan jijjiira;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi