Faarfannaa 139:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yaa Waaqayyo, akka gaariitti na sakattaʼi, garaa koos beeki.+ Na qori, yaadawwan na dhiphisanis* beeki.+ Ermiyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora.
23 Yaa Waaqayyo, akka gaariitti na sakattaʼi, garaa koos beeki.+ Na qori, yaadawwan na dhiphisanis* beeki.+
10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora.