Iyyoob 19:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Sababiin isaas, inni na furu*+ jiraataa akka taʼe akka gaariittan beeka;Inni booda ni dhufa, lafa* irras ni dhaabbata. Faarfannaa 23:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ati anaa wajjin waan jirtuuf,+Sulula dukkanaaʼaa keessa yoon deeme illee,+Miidhaan na irra gaʼa jedhee hin sodaadhu;+Uleen ittiin tiksituu fi uleen ittiin qajeelchitu na jajjabeessu.
25 Sababiin isaas, inni na furu*+ jiraataa akka taʼe akka gaariittan beeka;Inni booda ni dhufa, lafa* irras ni dhaabbata.
4 Ati anaa wajjin waan jirtuuf,+Sulula dukkanaaʼaa keessa yoon deeme illee,+Miidhaan na irra gaʼa jedhee hin sodaadhu;+Uleen ittiin tiksituu fi uleen ittiin qajeelchitu na jajjabeessu.