LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni yoo duʼe deebiʼee jiraachuu dandaʼaa?+

      Hamma yeroon boqonnaa koo dhufutti,

      Baran tajaajila dirqamaa itti raawwadhu hundumaa nan eeggadha.+

  • Faarfannaa 19:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Qarsaa koo+ fi furii+ koo kan taate Yaa Yihowaa,

      Wantin afaan kootiin dubbadhuu fi wantin garaa kootti yaadu kan si gammachiisu haa taʼu.+

  • Faarfannaa 69:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Natti dhihaadhu, na baraaris;*

      Diinota kootiif jedhiitii na furi.

  • Faarfannaa 103:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaa nan jajadha;

      Wanta inni godhe hundumaas matumaa hin irraanfadhu.+

  • Faarfannaa 103:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Lubbuu kee boolla* irraa ni oolcha,+

      Jaalala isaa isa amanamaa fi gara laafina isaas si gonfachiisa.+

  • Maatewos 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”

  • Maarqos 10:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Sababiin isaas, Ilmi namaa iyyuu kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi