Iyyoob 19:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Sababiin isaas, inni na furu*+ jiraataa akka taʼe akka gaariittan beeka;Inni booda ni dhufa, lafa* irras ni dhaabbata. Isaayyaas 43:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+
25 Sababiin isaas, inni na furu*+ jiraataa akka taʼe akka gaariittan beeka;Inni booda ni dhufa, lafa* irras ni dhaabbata.
14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+