LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 49:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Afaan koo ogummaa dubbata,

      Wantin garaa kootti xiinxalus+ hubannaa argisiisa.

  • Faarfannaa 51:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Afaan koo ulfina kee akka labsuuf,

      Yaa Yihowaa, akkan dubbadhu naaf heyyami.+

  • Faarfannaa 143:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Guyyoota durii nan yaadadha;

      Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala;+

      Fedhii guddaadhaan hojii harka keetii irratti nan yaada.*

  • Filiphisiyus 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, wanta dhugaa taʼe hunda, wanta ulfina qabu hunda, wanta qajeelaa taʼe hunda, wanta qulqulluu taʼe hunda, wanta jaallatamaa taʼe hunda, wanta maqaa gaarii qabu hunda, wanta gaarii taʼe hundaa fi wanta galateeffamu hunda, eeyyee, wantoota kana yaaduu* keessan itti fufaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi