-
Faarfannaa 77:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yaanni koo gara bara duriitti,+
Gara waggoota dur duriitti deebiʼeera.
-
-
Faarfannaa 77:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Hojiiwwan Yaah nan yaadadha;
Gochawwan kee warra dinqisiisoo bara duriitti raawwatte nan yaadadha.
12 Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala,
Wantoota ati raawwatte irrattis nan yaada.+
-