1 Seenaa Baraa 16:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*+Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+ Faarfannaa 143:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Guyyoota durii nan yaadadha;Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala;+Fedhii guddaadhaan hojii harka keetii irratti nan yaada.*
9 Isa faarfadhaa, faarfannaa galataa isaaf dhiheessaa;*+Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo taʼan hundumaa irratti yaadaa.*+
5 Guyyoota durii nan yaadadha;Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala;+Fedhii guddaadhaan hojii harka keetii irratti nan yaada.*