-
Faarfannaa 10:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa Yihowaa, maaliif fagoo dhaabbatta?
Yeroo dhiphina keenyaatti maaliif dhokatta?+
-
-
Faarfannaa 13:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti na irraanfatta? Bara baraafii?
Hamma yoomiitti fuula kee na jalaa dhoksita?+
-
-
Faarfannaa 44:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Fuula kee maaliif dhoksita?
Rakkinaa fi cunqursaa nu irra gaʼu maaliif irraanfatta?
-