LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti na irraanfatta? Bara baraafii?

      Hamma yoomiitti fuula kee na jalaa dhoksita?+

  • Faarfannaa 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+

      Na oolchuu irraa,

      Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+

  • Ermiyaas 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yeroo dhiphinaatti fayyisaa isaa+ kan taate yaa abdii Israaʼel,

      Akka keessummaa biyyattii keessa jiruu,

      Akka imaltuu halkanuma tokko buluuf goree kan taate maaliifi?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi