LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Saroonni natti marsan;+

      Akkuma tuuta jalʼootaatti balbala natti cufan,+

      Akkuma leencaattis harka koo fi miila koo ciniinaa jiru.+

  • Maatewos 27:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Gara saʼaatii sagaliitti Yesuus sagalee guddaadhaan, “Eelii, Eelii, laamaa saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas, “Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?”+ jechuu dha.

  • Maarqos 15:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Saʼaatii sagalitti Yesuus sagalee guddaadhaan, “Eelii, Eelii, laamaa saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas, “Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?”+ jechuu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi