-
Iyyoob 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Aariin isaa ana irratti bobaʼe,
Akka diina isaattis na ilaale.+
-
-
Iyyoob 33:8-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ati garuu utuma ani si dhagaʼuu dubbatteetta,
Eeyyee, ani dubbii kana yeroo baayʼee dhagaʼeera:
9 ‘Ani qulqulluu dha, balleessaa hin qabu;+
Ani qulqulluu dha, dogoggora hin qabu.+
10 Waaqayyo garuu na mormuuf sababa barbaada;
Akka diina isaatti na ilaala.+
11 Miila koo jirma gidduu galcha;
Daandii koo hundumaas of eeggannoodhaan qora.’+
-