Lallaba 8:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni hafuura* irratti aangoo qabu yookiin hafuura ittisuu dandaʼu akkuma hin jirre, namni guyyaa duʼaa irratti aangoo qabus hin jiru.+ Namni kam iyyuu yeroo waraanaatti dhiisee akka deemu akkuma isaaf hin heyyamamne, hamminnis warri wanta hamaa raawwatan akka miliqan isaaniif hin heyyamu.* Isaayyaas 57:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.
8 Namni hafuura* irratti aangoo qabu yookiin hafuura ittisuu dandaʼu akkuma hin jirre, namni guyyaa duʼaa irratti aangoo qabus hin jiru.+ Namni kam iyyuu yeroo waraanaatti dhiisee akka deemu akkuma isaaf hin heyyamamne, hamminnis warri wanta hamaa raawwatan akka miliqan isaaniif hin heyyamu.*
16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.