Faarfannaa 103:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni yeroo hundumaa dogoggora hin funaanu,+Bara baraafis haaloo qabatee hin turu.+ Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+