Isaayyaas 57:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.
16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.