Iyyoob 13:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isin garuu sobaan maqaa koo xureessaa jirtu;Hundi keessan ogeeyyii fayyaa gatii hin qabne dha.+ 5 Isin guutummaatti utuu callistanii,Silaa kun ogummaa akka qabdan ni argisiisa ture.+ Iyyoob 19:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Isin dubbiidhaan na caccabsitanii,+Hamma yoomiitti lubbuu koo* aarsitu?+ 3 Siʼa kurnan kana na ifattaniittu;*Gara jabinaan na qabuu keessanitti hin qaanoftan.+
4 Isin garuu sobaan maqaa koo xureessaa jirtu;Hundi keessan ogeeyyii fayyaa gatii hin qabne dha.+ 5 Isin guutummaatti utuu callistanii,Silaa kun ogummaa akka qabdan ni argisiisa ture.+
2 “Isin dubbiidhaan na caccabsitanii,+Hamma yoomiitti lubbuu koo* aarsitu?+ 3 Siʼa kurnan kana na ifattaniittu;*Gara jabinaan na qabuu keessanitti hin qaanoftan.+