Faarfannaa 55:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Dubbiin isaa dhadhaa caalaa lallaafa,+Garaa isaa keessa garuu lolatu jira. Dubbiin isaa zayitii caalaa laafaa dha,Taʼus goraadee luqqifame dha.+ Fakkeenya 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+
21 Dubbiin isaa dhadhaa caalaa lallaafa,+Garaa isaa keessa garuu lolatu jira. Dubbiin isaa zayitii caalaa laafaa dha,Taʼus goraadee luqqifame dha.+
18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+