LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 27:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Zayitii fi ixaanni garaa namaa ni gammachiisu;

      Michuun garaadhaa* gorsa kennus akkanuma dha.+

  • Maatewos 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+

  • Roomaa 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Warra gammadanii wajjin gammadaa; warra booʼanii wajjin booʼaa.

  • 1 Pheexiros 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dhuma irrattis, hundi keessan yaadaan tokkummaa qabaadhaa,+ miira walii hubadhaa, jaalala obbolummaa qabaadhaa, gara laafina qabaadhaa,+ akkasumas kan gad of qabdan taʼaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi