1 Saamuʼel 23:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yeroo kanatti Yonaataan ilmi Saaʼol gara Daawit isa Hooreshitti argamuu dhaqee, maqaa Yihowaatiin jajjabina akka argatu isa gargaare.*+ Fakkeenya 15:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni deebii sirrii kennuudhaan* ni gammada,+Dubbiin yeroo sirrii taʼetti dubbatames akkam gaarii dha!+ Fakkeenya 16:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dubbiin nama gammachiisu dhaaba dammaa ti,Lubbuutti* ni miʼaawa, lafees ni fayyisa.+
16 Yeroo kanatti Yonaataan ilmi Saaʼol gara Daawit isa Hooreshitti argamuu dhaqee, maqaa Yihowaatiin jajjabina akka argatu isa gargaare.*+
23 Namni deebii sirrii kennuudhaan* ni gammada,+Dubbiin yeroo sirrii taʼetti dubbatames akkam gaarii dha!+